Yuunivarsiitiin Salaalee Dhaabbata Miti mootummaa CRS waliinta’uun qoricha 76,361 Ameerikaadhaa fichisiise hoospitaalota jahaafqoode.Qorichi kunis kanqoodame hoospitaalota
shan godina shawaakaabaa keessatti argaman kanneen akka: Hoospitaala Kuyyuu, Hoospitaala Fiichee, Hoospitaala MukaXurrii, Hoospitaala Caancoofi Hoospitaala GundooMasqalee; akkasumas Hoospitaala Haadholii Marraabeetetiif raabseera.